MACAAFA FAARFANNAA 117:1-2 GAZB1997 - Bible AI1Namoonni lafa irraa hundinuu Waaqayyoon jajadhaa! Sabni hundinuu isa faarfadhaa*!2Gaarummaan inni nuuf qabu guddaa jabaa dha, amanamummaan isaas bara baraan in jiraata. Waaqayyoon jajadhaa*![413]