3Uleen mootummaa jal'inaa, biyya ga'aa warra qajeelotaa irra dhaabatee hin hafu, kanaa achi warri qajeelonni dabaa hojjechuudhaaf harka isaanii ol in fudhatu.
4Yaa Waaqayyo, warra gaarii ta'aniif, warra gara-qajeelotaafis gaarii godhi!
5Warra karaa micciiramaa irra goran garuu, Waaqayyo warra hamaa godhanii wajjin haa adeemsisu! Nagaan Israa'eliif haa ta'u*![447]