MACAAFA FAARFANNAA 134:1-3 GAZB1997 - Bible AI

1Amma isin hojjetoonni Waaqayyoo hundinuu, warri halkan mana Waaqayyoo keessa dhaabattan, kottaa Waaqayyoon ulfinaan jajadhaa*!

2Gara iddoo qulqullaa'aa sanatti harka keessan ol kaasaa, Waaqayyoon ulfinaan jajadhaa*!

3Waaqayyo inni waaqaa fi lafa uume, Xiyoon keessaa si haa eebbisu*![465]

ticle>