Macaafa Isaayaas Raajichaa 33:1-24 GAZB1997 - Bible AI
1Yaa isa warra kaan balleessituu,ati ofii keetii amma iyyuu hin badne'o siif wayyoo!Utuu namni dabarsee si hin kennin,yaa isa dabarsitee nama kennituu,siif wayyoo!Ati warra kaan balleessuuyommuu raawwattu,ofii keetii immoo in badda;dabarsitee nama kennuu kee yommuu raawwattu,si immoo namni dabarsee in kenna*.[151]
9lafti gaddee in goga,caakkaan Liibaanon in coollaga, simboos in dhaba;Shaaron akka lafa onaa in ta'a,mukkeetiin Baashaanii fi Qarmelosbaala in harcaafatu.[154]
10Waaqayyo,?Ani amma nan ka'a,amma ol nan jedha,amma humnaan nan ka'a*;
14Cubbamoonni Xiyoon keessa jiraatannaasuudhaan in qabamu,warri Waaqayyoon hin sodaannes in rom'u;isaan yommus, ?Nu keessaa eenyutuibidda nama fixu birajiraachuu danda'a?Nu keessaa eenyutu ibidda hin dhaamne kanaobsuu danda'a?? in jedhu*.
16namni akkasii kuniddoo ol jedhaa irra in jiraata;da'oo kattaa dhagaa cimaaiddoo baqaa in godhata;achittis nyaati isaaf in kennama,bishaan argachuun isaas amansiisaa dha.[156]
17Iji kee ulfina mootichaa in arga,biyya baay'ee bal'aamootichi mo'us in ilaala*.
18Naasuu kee isa durii yommuu yaadattu,?Inni kana caafatee tureeessa jira?Inni gibira fudhachaa ture meerree?Inni riqaa mandaroota jajjaboolakkaa'aa turesattam ta'e?? in jetta.
19Ati si'achi saba nama irraa hin gorre,isa afaan isaa hin hubatamne,isa dubbiin isaa namaaf hin galle sanahin argitu*.[157]
20Gara Xiyoon mandara isheeiddoo walga'ii keenyaa sana ilaali!Iji kee Yerusaalemishee bir'aa hin qabne,dunkaana ishee achii hin sochoone,ishee qofoon ishee achii hin buqqaane,ishee funyoo ishee keessaa tokko illee hin cinne in arga;
21Waaqayyo achitti surraa isaa nu argisiisa,iddoon sun lafa lagoonni babal'aa fiburqituuwwan gurguddoonni jiranii dha;markaboonni lolaa achi irra hin darban,markaboonni mimmiidhagoonisachi irra hin adeeman;
22Waaqayyo abbaa firdii keenya,Waaqayyo seera nuuf in kenna,Waaqayyo mootii keenya,inni nu fayyisa.
23Yommus funyoon markaba lolaa in hiikama,muka markabaas jabeesseeqabuu hin danda'u,sharaan isaas hin diriirfamu;yeroo sanatti boojuu baay'een in hirmatama,warri hokkolan iyyuuwanta booji'ame sana in saammatu.
24Warra Xiyoon keessa jiraataniifyakki isaanii waan dhiifameef,isaan keessaa namni tokko illee,?Na dhukkuba? kan jedhu hin jiru*.[158]